"Erga lubbuun nama keessanii isaan harkatti badee isaanis isin kadhatani, adaraa caffee Tumaa, adaraa Odaa Nabee ... kuni aadaa miidhagaadha. Ummanni Oromoo kuni sodaa waaqaa qaba.