Ayyaanni Irreechaa akkaatuma qubsumaa lafaa Oromoon irra jiruun malkaawwan gara garaatti kan kabajamu waayita ta'u, akka guutu Oromiyaatti malkaa hora Harsadee, magaalaa Bishooftuutti kabajama.